Baga Fuula Dargagoota Oromoo Kolloombas Ohaayoo dhuftan.</FONT></EM></P><P><FONT face=Courier><FONT size=5><EM>Welcome to Ohio Oromo youth association</EM>.</FONT></FONT></P>






  


Baga Fuula Dargagoota Oromoo Kolloombas Ohaayoo dhuftan.

Welcome to Ohio Oromo youth association.


NUUHI DARGAGGOON OROMOO GUDDINA BIYYA KEENYAAF HARKA WOLQABANNEE NI CHOCHOONA

       Flag-USA Picture Ohio State Flag Flagi-OROMO Picture
 
                         

9079

Press release: The sufferings of Oromo people should end now! for more go to What's New Page

Kaayyoon Weebsaayitii kanaa walqunnaamittii Dargaggoota Oromoo Kollomboos ohaayoo kessa fi naannoo ishiiti jiraatanu cimsuudhaan achumaanis aadaa, seenaa fi eenyumaa isaanii akka baranuu kan cimsuudha. Weebsaayitiin kun haaraa waan ta'eef guddinna fi dagaaginna weebsaayitii kanaaf yaada qabdan akka nuu hirmaatan cimiinaan isiin gaafana.

Historical background of Gada System Formation

 Accarding to Waaqoo Aboo, and as other Oromos also believe, the Oromo, speaking the Cushitic language, is said to have originated from a place called Madda Eela Waalaabo(Spring of Walaabo) in Baale Zone, 35 kms East of Bidre town which is about 95 kms away from Negelle Boorana town ( the Boorana Zonal capital). At Madda Walaabo the Oromos, prior to their dispersion, had been ruled by 25 successive abba gadas. That was about 200 years as one abba gada rules for eight years.The Boorana migration....click here for more reading   About Page

 

Send me an e-mail: walkiya@yahoo.com

Biyyi keenya Haa Bilisoomtuu.

Nuti dargaaggoon Oromoo; eenyumaa keenya, biyya keenya, sabaa keenyaa, aadaa keenyaa ni jaalana.

Tokkumaa keena cimsinee, harka wolqabaanee, aadaa ,seenaa, diinagde fi haala jirreenaa sabaa keennaa jijjiirudhaaf nuhii dargaaggoon dirqama nuraa eegamu ni laana.